DV INFO✍✍👩‍💻👨‍💻💧🌈🛬✈️


Гео и язык канала: Россия, Русский
Категория: Транспорт


You are getting new information about DV!

Связанные каналы

Гео и язык канала
Россия, Русский
Категория
Транспорт
Статистика
Фильтр публикаций


✅ Namoota Paaspoortii beellama qabsiifachuu ykn ajajachuu barbaaddan hundaaaf:

Karaa website e-passport: 
🌐 http://www.immigration.gov.et
kanaatti document isin barbaachisu qopheeffattanii ofii keessaniif apply gochuu dandeessu.

1️⃣ Paaspoortii Haaraaf:
– Waraqaa Eenyummaa Gandaa 
– Certificate (Ragaa) Dhalootaa 
– National ID 

2️⃣ Haaromsuuf (kan yeroon irra darbe): 
– Paaspoortii duraa barbaachisa 
– National ID 
– Waraqaa Eenyummaa Gandaa 

3️⃣ Kan fuulli isaa guutameef:
– Paaspoortii odeeffannoo duraa 
– National ID 
– Waraqaa Eenyummaa Gandaa 

4️⃣ Kan bade/Hatameef: 
– Waraqaa Gandaa 
– Ragaa Poolisii 
– Odeeffannoo Paaspoortii duraa 

5️⃣ Odeeffannoo Jijjiiruuf:
– Paaspoortii duraa 
– Ragaa Mana Murtii 
– National ID 

6️⃣ Ijoollee waggaa 18 gadiitiif:
– ID maatii ykn paaspoortii 
– Waraqaa dhalootaa ijoollee 
– Ragaa maatii mana murtii irraa 

📄 Dokumantii barbaachisan SCAN gochuun website irratti attach godhuu ni dandeessu.

👉 Namoota ofii keessaniif dabaree qabsiifachuu ykn apply gochuun isin rakkiseef gatii madalawaan isin gargaaruu waan dandeenyuuf karaa telegram username 👉 @Dungo1212 nu qunnamuu dandeessu.


Birr 2000 kan ture - Birr 100 qofaan

Hub: Gatiin galmee birr 100 qofa yoo ta'u, Namni galmaa'e kamiyyuu level 1 kana baratee xumuruu danda'a.

Kaffaltii dabalataa hinqabu!

Galmaa'uuf: @EbaTCC

Garuu, Gatiin kun torban booda baay'ee dabaluu danda'a!


Birr 100 qofaan - Galmeen Eegaaleera

Eba TCC - LVL1


Level 1 kana keessatti:

- Qabiyyee uumuu(Content Creation) maal akka ta'e ni barattu. Akkamiin akka viidiyoo babbareedaa hojjetamuu fi kkf
- Tiktok Content Creation irratti hubannoo barbaachisaa ta'e ni argattu
- Akkamiin akka galii ittiin argatan ni barattu

Barumsichi bifa sadiidhaan kennama:
- Barreeffamaan(Article)
- Sagalee(Voice)
- Marii kallattii(Live discussion)

Odeeffaannoo dabalataa fi galmaa'uuf:

Join: @EbaTCC

Hub: Gatiin galmee torban 1 booda baay'ee dabaluu danda'a!


Oduu gammachiisaa dv bra 2026 guutuu eegallerra
Namoota nu biratti guuttachuu barbaaddan maraa karaa qulqullina qabuun isiiniif guunna
hir'ifamaa
Guutaa nuuf ergaa
🇺🇸 Unka 17 DV'n ittiin guutamu fi akkaataatti guutamu

1. Maqaa akaakayyuu(Ingliffaan)
2. Maqaa kee(Ingliffaan)
3. Maqaa abbaa(Ingliffaan)
4. Saala
5. Ji'a keessa dhalatte
6. Guyyaa dhalatte
7. Bara dhalatte
8. Bara dhalootaa kee Akka lakkoofsa Itiyoophiyaa moo Awurooppaatti barreessite? EC or GC?
9. Magaalaa keessatti dhalattee
10. Godina amma keessa jiraattu
11. Magaalaa amma keessa jiraattu
12. Maqaa Naannoo(Region) kee
13. Lakk. bilbilaa kee
14. Email kee(yoo hinqabaanne bira darbi)
15. Sadarkaa barnootaa kee
16. Fuuteettaa/Heerumteettaa?
17. ljoollee qabdaa? (Meeqa qabdaa?)


🇺🇸 Finally DV-2026 gadhiifameera! 🔥

➡️ Carraa DV keessanii akkaataa itti ofii keessaniin ilaallachuu dandeessan barreeffamaa fi viidiyoodhaaf isiniif qopheessina


Baga Gammadan DV LOTTERY RESULTS 2026 GADHIFAMEE JIRA ILAALACHU DANDEESSUU.NAMONNI HIN ILAALLANNE AKKATA ITTI ILAALATAN HIN BEEKTAN YOO TA'E COMMENT GODHA 👉


🎚CARRAA DHUMAA HANGA AMMMA DV HIN GUUNNEE?

Namoonni Guuttanii Confirmation keessan hin fudhatin jirtan dafaa fudhadhaa file waan baayyatuuf isin jalaa baduu dandaha

Ammas namoonni hin guutin yoo jiraattan asiin wantoota gaaftamtani erguun guuttachuu dandeessuu
👇👇
@DV INFO


irratti hi nuun jechuun form nuti isiniif erginu guuttanii nuuf deebisuu dandeessu!


🇺🇸 DV LOTTERY ያልሞላቹ ብትሞሉ መልካም ነው እድል አይታወቅም



ጥቅምት 26/2017 ዓ.ም ድረስ መሙላት የምትችሉ መሆኑን ከወዲሁ ላሳውቃችሁ እወዳለሁ። ለሁላችሁም መልካም ዕድል 👍
#DVLottery

Apply ለማድረግ እና መረጃ ለማግኘት

https://carraadesk.com/2026-diversity-visa-program/


ለDV-2025 ሎተሪ ውጤቱን እንዴት ማረጋገጥ እንደሚቻል

How check the results for the DV-2025 Lottery

Here are the guidelines for checking the DV Lottery results, specifically for the DV-2025 lottery

https://carraadesk.com/how-check-the-results-for-the-dv-2025-lottery/


How to Retrieve Forgotten DV Lottery Confirmation Number

https://carraadesk.com/how-to-retrieve-forgotten-dv-lottery-confirmation-number/


🇺🇸 DV LOTTERY ያልሞላቹ ብትሞሉ መልካም ነው እድል አይታወቅም



ጥቅምት 26/2017 ዓ.ም ድረስ መሙላት የምትችሉ መሆኑን ከወዲሁ ላሳውቃችሁ እወዳለሁ። ለሁላችሁም መልካም ዕድል 👍
#DVLottery

Apply ለማድረግ እና መረጃ ለማግኘት

https://carraadesk.com/2026-diversity-visa-program/


ለDV-2025 ሎተሪ ውጤቱን እንዴት ማረጋገጥ እንደሚቻል

How check the results for the DV-2025 Lottery

Here are the guidelines for checking the DV Lottery results, specifically for the DV-2025 lottery

https://carraadesk.com/how-check-the-results-for-the-dv-2025-lottery/


How to Retrieve Forgotten DV Lottery Confirmation Number

https://carraadesk.com/how-to-retrieve-forgotten-dv-lottery-confirmation-number/


DV FORM 2026




Foormii DV Ameerikaa-2026  Namoonni guuttachuu barbaaddan tartiibaan asii gadiin telegram gara gadii jiruu irraatti erguun gatii galmee Qr. 200 qofa kaffaluun guuttachuu dandeessuu.
Fakkeenya kanaan naaf ergaa..

1. Maqaa👇

i. Maqaa akaakayyuu =
ii. Maqaa kee =
iii. Maqaa abbaa = 

2. Guyyaa dhalootaa

👇akka lakk. Itoophiyaatti

i. Jia =
ii. Guyyaa =
iii. Bara=

3. Saala
i. Dhi ykn
ii. Dha

4. Magaalaa itti dhalatte =
5. Magaalaa keessa jiraattu =
6. Lakk. bilbilaa = +2519..........
7. E-mail kee / ........
8. Sadarkaa barnootaa.....
9. Fuuteettaa/Heerumteettaa?
10. Suura 3x4. kan qulqullin qabu fi duubi isaa adii kan tahe

Wantoota armaan olii 10 osoon hin dogogoriin naaf ergi

Hubachiisa
Wantoota armaan olitti ajajame kurnaan(10) yoo guunnee guutuu hin dandeenyu.

Yoo foormii hundaa ergitan


Odeeffannoo dabalataf
0917895737


Akkam jirtu hordoftonnii channel kana baga nagaan dhuftan jechaa egaa akkuma beekamu odeeffanno DV asirra argachu dandeessu akkasumas warri DV bara 2017/2026 guutu barbaaddan dafaati nu qunnama, gatii madaalaman isin tajaajiluf qophiidha!❤️


Hello everyone, well come to on this channel you are getting better information about DV and add the other friends as well

Показано 12 последних публикаций.

36

подписчиков
Статистика канала