✅ Namoota Paaspoortii beellama qabsiifachuu ykn ajajachuu barbaaddan hundaaaf:
Karaa website e-passport:
🌐 http://www.immigration.gov.et
kanaatti document isin barbaachisu qopheeffattanii ofii keessaniif apply gochuu dandeessu.
1️⃣ Paaspoortii Haaraaf:
– Waraqaa Eenyummaa Gandaa
– Certificate (Ragaa) Dhalootaa
– National ID
2️⃣ Haaromsuuf (kan yeroon irra darbe):
– Paaspoortii duraa barbaachisa
– National ID
– Waraqaa Eenyummaa Gandaa
3️⃣ Kan fuulli isaa guutameef:
– Paaspoortii odeeffannoo duraa
– National ID
– Waraqaa Eenyummaa Gandaa
4️⃣ Kan bade/Hatameef:
– Waraqaa Gandaa
– Ragaa Poolisii
– Odeeffannoo Paaspoortii duraa
5️⃣ Odeeffannoo Jijjiiruuf:
– Paaspoortii duraa
– Ragaa Mana Murtii
– National ID
6️⃣ Ijoollee waggaa 18 gadiitiif:
– ID maatii ykn paaspoortii
– Waraqaa dhalootaa ijoollee
– Ragaa maatii mana murtii irraa
📄 Dokumantii barbaachisan SCAN gochuun website irratti attach godhuu ni dandeessu.
👉 Namoota ofii keessaniif dabaree qabsiifachuu ykn apply gochuun isin rakkiseef gatii madalawaan isin gargaaruu waan dandeenyuuf karaa telegram username 👉 @Dungo1212 nu qunnamuu dandeessu.